Mark 13:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami mana gubbaa jiru, gad bu'ee mana seenee, wo fudhatiisaaf yennaa hin dabarsin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mana gubba jiru gadi bue, mana seene woma mana keesaa imfud'atiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii mana gubbaa jiru gad bu'ee, mana seenee homaa mana keessaa hinfudhatin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mana gubbaa jiru mana irraa gad bu'ee manaa waan tokko fudhachu'uuf hin seenin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mana gubbaa jiru mana irraa gadi bu'ee; manaa waan tokko fudhachu'uuf hin seenini.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka baaxii manaa irra jiru gara mana gad bu'ee mana isaatii waan tokko fudhachu'uuf, yeroo hin balleesin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami mana gubbaa jiru, gad bu'ee mana seenee, wo fudhatiisaaf yennaa hin dabarsin.