Mark 13:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun ganna keessa akka hin teene daadimadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'ad'a aka wonti kuni bara qabana intaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka wantii kun yo gannaa hintaanee kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dheessuun keessan ganna akka hin taane Waaqa kadhadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dheessuun keessan ganna akka hin taane faateffadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun marrinuu yeroo gannaatiin akka hin taaneef, kadhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun ganna keessa akka hin teene daadimadha'a!