Mark 13:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyooti sun guyyoota rakkinni hamaan itti te'u. Rakkinni akkasii yennaa Waaqi biyyaa lafaa dadeen jalqabee haga ammaatitti ijjumaa te'ee hin beeku. Deebi'eelle hin te'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi guyya suni gaargala haga Waaqi lafa uume haga arrale nami taka inargiiniti d'ufa. Wonti akasi iti deebite lafa ind'uftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif guyyaa sun gaargala haga Waaqii lafa uumee haga arrdhallee namii takka hinargin dhufa. Wantii akkasi itti deebitee lafa hindhuftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyoonni sun guyyoota rakkinni hamaan itti ta'u. Rakkinni akkasii hennaa Rabbi biyya lafaa uume irraa jalqabee haga ammaatitti hin taane; deebi'eellee hin ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyoonni sun guyyoota rakkinni hamaan itti ta'u. Rakkinni akkasii hennaa Rabbi biyya lafaa uume irraa jalqabee haga ammaatitti hin taane, deebi'eellee hin ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ji'oota sanitti yeroo Waaqinni biyya lafaa uume irraa jalaqabee haga ammaa titti, rakkinni muldhatee hin beekinne ni ta'a, ufi durana'llee rakkinni isa fakkaatu, gonkumaa hin gayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyooti sun guyyoota rakkinni hamaan itti te'u. Rakkinni akkasii yennaa Waaqi biyyaa lafaa dadeen jalqabee haga ammaatitti ijjumaa te'ee hin beeku. Deebi'eelle hin te'u.