Mark 13:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ati ijaarsa gugurdaa kana dhaggitaa? Isaan maraa hin diigaman; tokkochi isaaniille wol irratti hin hafanu” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan isaani jed'e, Maneeni gugurdo tana agarta? D'akhaani tokoleeni woli irati inhafu; ch'ufa gargari jissani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee isaan, “Manneen gugurdoo tana agartaa? Dhakaan tokkolleen wal irratti hinhafu; cufa gargarii jissanii” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee, «Ati ijaarsa gugurdaa kana argitaa? kunniin martinuu hin diiggama; tokkochi isaaniillee wol irratti hin hafan» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Ati ijaarsa gugurdaa kana argitaa? kunniin martinuu hin diiggama; tokkochi isaaniillee wol irratti hin hafan» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Gamoowwan guguddaa kanniin ni argitaamii ree? Dhagaayyiin kunniin marrinuu ni diigaman, dhagaan dhagaa irratti tuulamee hafu hin jiru» jedhee, deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ati ijaarsa gugurdaa kana dhaggitaa? Isaan maraa hin diigaman; tokkochi isaaniille wol irratti hin hafanu» jedheen.