Mark 13:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo Goottaan guyyaa san gabaassuu dhabaatee, nami tokkolle hin hafu. Kolbaa ifii filateef jedhee, inni guyyaa san gabaasse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila Aabbooni guyya suni gabaabsu d'ibaate, nami tokoleeni imbahu; ammo maro nama inni fohate suniifi inni ya guyya gabaabse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa Aabboon guyyaa sun gabaabsuu dhibaatee, namii tokkolleen hinbahu; amma ammoo marroo nama foohatee suni jedhee innii ya guyyaa gabaabse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Gooftaan guyyoota san gabaabsuu dhabaatee namni tokkollee hin hafu. Haa ta'uu ammo Inni banii ufii filateef jedhee guyyaa san gabaabse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu Gooftaan guyyoota san gabaabsuu dhabaatee, namni tokkollee hin hafu. Haata'uu ammoo Banii ufii filateef jedhee, inni guyyaa san gabaabse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan guyyoota sanniin gabaabssuu uduu dhabaatee eennu'llee fayyu'uuf hin danda'u ture, garuu namoota filatamaniif jecha guyyoonni sunniin, ni gabaabatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo Goottaan guyyaa san gabaassuu dhabaatee, nami tokkolle hin hafu. Kolbaa ifii filateef jedhee, inni guyyaa san gabaasse.