Mark 13:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Guyyootuma san keessa, yennaa rakko'oo saniin duuba, aduun hin dukkanti; jiinille deebi'ee hin ifu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni eegi gaargala suni, aduuni indukanoofti, jii iti deebie infisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammllee dubbatee, “Bara sun eegii gaargala sunii, aduun indukkanoofti, ji'iilleen itti deebi'ee hin ibsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Guyyootuma san keessa rakkinna saniin maayessa aduun hin dukkanoofti; jiinillee hin ifu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Guyyootuma san keessa, rakkina saniin maayessa, aduun hin dukkanoofti, jiinillee hin ifu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yeroo sanitti, rakkinna kana maraan duubatti, aduun ni dukkanooftti, jiin'llee ifa isi'ii hin kennitu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyootuma san keessa, yennaa rakko'oo saniin duuba, aduun hin dukkanti; jiinille deebi'ee hin ifu.