Mark 13:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Ilmi Namaa, hunna guddo'oo fi ulfinnaan duumensa keessa dhufuun dhaggitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ilma Nama ka dumansa keesa jabeennaafi guddinnaani d'ufu argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba ilmii namaa jabeennaa fi ulfinna guddaan duummansa keessaa adoo dhufuu inargan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa hennaa Ilmi Namaa hunna gudda'aa fi ulfinnaan duumessa keessaan dhufu hin argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Ilmi Namaa, hunna gudda'aa fi ulfinnaan duumessa keessaan hennaa dhufu hin argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achiin duubatti'llee Ilmi Namaa huminna isaa ol aana'aa fi ulfinnaan duumessan yoo dhufu ni mulidhata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ilmi Namaa, hunna guddo'oo fi ulfinnaan duumensa keessa dhufuun dhaggitan.