Mark 13:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma isinille wonni kun teetuun yoo dhaggitane, akka inni balbalatti dhiyaate hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma, yo waan kana ka tahu argitani, beekha, aka guyyaani diquma ingahiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma isaniilleen ammoo, yo waan kana cufa ka ta'uu argitan, akka guyyaan dhi'aatee diqumaa balbala hinga'in beekaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma isinillee kun martinuu hennaa ta'u yoo argitan akka inni dhiyaatee balbala irra jiru beekaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma isinillee ammoo, kun martinuu hennaa ta'u yoo argitan, akka inni dhiyaatee balbala irra jiru beekaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana isin'llee kun marrinuu ta'uu isaa yoo argittanitti, yeroon Ilmi Namaa itti dhufu balbalatti akka dhiyaate beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma isinille wonni kun teetuun yoo dhaggitane, akka inni balbalatti dhiyaate hin beettan.