Mark 13:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gaara Ejersaa gubba'aa gara Galma Waaqaa gamatti garagalee tee'uun Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiryaas qofitti gara isaa dhufanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni gaara Ejersa jed'ani gubba tau, ka Mana Waaqa moga suni jiru, Petrofi Yohanafi Yakobofi Andareani kobati isa gaafatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo Yesus Gaara Ejersaa gubbaa Mana Waaqaatti garagalee taa'uu, jiruu, Phexros, Yoh. aannisii, Yaaqobii fi Indriiyaas kophaatti isa gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus uduu kolba mana woyyu'uutiin gaara ejersaa gubbaa taa'u Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas qofti gara isaa dhufanii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Kolba mana woyyu'uutiin gaara ejersaa gubbaa uduu taa'u, Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas qofti gara isaa dhufanii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus fuundura Mana Waaqeffanna'aatiin Gaara Ejjerssaa irra taa'ee uduma jiru Phexiros, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indriyaas adda isaanii titti gara isaa dhiyaatanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gaara Ejersaa gubba'aa gara Galma Waaqaa gamatti garagalee tee'uun Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiryaas qofitti gara isaa dhufanee,