Mark 13:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan yoom akka teete isin waan hin beenneef ifi eeggadha'a! Damaqa'a!.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani guyya suni imbeetani, tanaafi eegad'a, irrafiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan guyyaa sun hinbeettan, tanaaf eegadhaa! hinrafinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan yoom akka ta'e isin waan hin beenneef uf eeggadhaa'a! Dammaqaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaan yoom akka ta'e isin waan hin beenneef uf eeggadhaa'a! Dammaqaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroon isaa yoom akka ta'u hin beekittaniitii ufi eeggadhaa, ka'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan yoom akka teete isin waan hin beenneef ifi eeggadha'a! Dammaqa'a.