Mark 13:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, abbaan manaa galgala yookiin halkan hoxxeessa, yookiin iyya lukku'uu, yookiin barii dhufuu isin waan hin beenneef dammaqa'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi aka dansa eega, wonti akanatiifi hojja abbaani mana d'ufu imbeetani, yo galgala taatele, yo halkani guddo taatele, yo baraaqa taatele, yo afaani bari taatele,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akka dansaa dammaqaa eegaa! Wantii akkanaatiif Abbaan manaa yoom akka dhufu, isuma galgala dhufu, isuma halkan guddoo dhufu, isuma baraaqa dheeraa dhufu, isuma gara afaan barii gulaatti dhufu hinbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre! abbaan manaa yoom akka dhufu, galgala dhufa'aa fi halkan wodhakkaa dhufaa, iyya lukku'uu dhufaa fi ganama dhufaa hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre, abbaan manaa yoom akka dhufu, galgala dhufaa fi halkan wodhakkaa dhufaa, iyya lukku'uu dhufaa fi ganama dhufaa hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gooftaan abbaan manaa yeroon inni itti dhufu hin beekittaniitii, ufi eeggadhaa, yookiin gara galgalaa titti, yookiin halkan qixxe'etti, yookiin lukkuun yoo iyyu, yookiin ganama obboro'oon ni dhufa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, abbaan manaa galgala yookiin halkan hoxxeessa, yookiin iyya lukku'uu, yookiin barii dhufuu isin waan hin beenneef dammaqa'a!