Mark 13:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan isiniin jedhu nama maraanuu jedha. Dammaqa'a!”
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan anini isaniini jed'u ani nama ch'ufaani jed'a: Eega!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin homa isaniilleen jedhu nama cufaanuu jedhaa, eegaadhaa!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waanuma isiniin jedhu, nama maraanuu jedhaa; dammaqaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woma isiniin jedhu, nama maraanuu jedhaa; dammaqaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akkuma isinitti hime, kaanniin maraan'llee dammaqaa! Jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan isiniin jedhu nama maraanuu jedha. Dammaqa'a!» jedhe.