Mark 13:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Eennulle akka isin hin dokonkorsine ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Eegad'a, aka nami tokoleeni isani insoomne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee warraan, “Akka namii tokkolleen isan hinsomne eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo akkana isaaniin jechuu jalqabe, «Eennullee akka isin hin dogoggorsine uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo akkana isaaniin jechuu jalqabe, «Eennullee akka isin hin dogogorsine uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Eennu'llee akka isin hin dogoggorssineef ufi eeggadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Eennulle akka isin hin dokonkorsine ifi eeggadha'a!