Mark 14:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma, Jila Irra Dabaramaatii fi Jila Daabboo Uukoo Hin Qanneetiif guyyaa lamatti hafeera. Moototi hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee Yesuus attamiin akka qabanee ijjeesanu dhokaataan mari'atane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya lamati hafe ato Pasakafi jilti Qit'a bukho inqamne ingahiini. Qaalole gugurdofi jari Seera beekhu aka d'ossaani Yeso ijeesani mariatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jila dabarsaatiif jila qixxaa bukoo ulfeesuuf guyyaan lama callaan ka hafee, qaallolee gugurddoo fi jarii seera beeku karaa Yesus malaan qabaani dhossaan ijjeessaniin mari'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Faasika'aatii fi ka xorosho'oo kabajjamu'uuf guyyaan lama yoo hafu bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusiin attamiin akka qabanii ajjeesan dhokatanii mari'atan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Faasika'aatii fi ka xorosho'oo kabajjamu'uuf guyyaan lamaa yoo hafu, bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusiin attamiin akka qabanii ajjeesan dhokatanii mari'atan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyaanni Yihudotaa ka Faasiika'aatii fi ka qixxa'aa kabajamu'uuf guyyaan lamaa hafee jira ture, itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa Yesusiin qabanii, karaa dabaan ittiin ajjeesan ni barbaadan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, Jila Irra Dabaramaatii fi Jila Daabboo Uukoo Hin Qanneetiif guyyaa lamatti hafeera. Sooreyyiin hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee Yesuus attamiin akka qabanee ijjeesanu dhokaataan mari'atane.