Mark 14:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yihudaan nami biyya Keriyootii barattoota kudhanii lamaan keessaa tokko ka te'e, Yesuus dabarsee kenniisaaf gara mootii hayyoota dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yudani Iskariote, ka jara kud'ani lama kaani keesa jiru, gara qaalole gugurdo d'aqe, aka harka worrati Yeso kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudaan namii biyya Keriyot, ka jara kudhanii lamaan kaan keessa jiru, Yesus dabarsee harka warratti kennuuf gara qaallolee gugurddoo dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yihuudaan namni biyya Keriyootii darasoota kudha lamaan keessaa tokko Yesuusiin dabarsee kennu'uuf gara bulchoota gadootaa dhaqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yihuudaan namni biyya Keeriyootii darasoota kudha lamaan keessaa tokko, Yesuusiin dabarsee kennu'uuf gara bulchoota gadootaa dhaqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kudha lamaan keessaa tokko Yihudaan naminni biyya Askorotu'uu Yesusiin dabarssee kennu'uuf, gara itti gaafatamoota qeesotaa ni dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yihudaan nami biyya Keriyootii barattoota kudhanii lamaan keessaa tokko ka te'e, Yesuus dabarsee kenniisaaf gara sooreyyii hayyootaa dhaqe.