Mark 14:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa jalqaba Jila Daabboo Uukoo Hin Qanneetitti, yennaa hooleen Jila Irra Dabaramaa qalame, barattooti, “Sagalee Jila Irra Dabaramaa eessatti akka si'iif qopheessinu barbaadda?” jedhanee Yesuus gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani qara ka jila Qit'a bukho inqamne geennaani, hojja ilme hoola ta Pasaka qalani, jari isaa waan jed'eeni, Atini nu eesa deemne Pasaka mid'aasinu feeta, aka nyaannu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan qaraa ka jila Qixxaa Bukoo hinqamnee geennaan, eegii ilme hoolaa ta Dabarsaa qalan, jarii isaa, “Hoolaa Dabarsaa akka nyaanuu, atin nuu eessa dhandhee Dabarsaa midhaasinu feeta?” jedhan Yesus gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa jalqaba ayyaana xorosho'ootiif hennaa Hoolaan qalamu darasoonni Yesuusii gara isaa dhufanii «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka siif qopheessinu feeta?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa jalqaba ayyaana xorosho'ootiif hennaa Hoolaan qalamu darasoonni Yesuusii gara isaa dhufanii «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka siif qopheessinu feeta?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo Hoolaan Faasika'aa itti qalan jalqaba ayyaana qixxa'aa titti, barttoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, «Irbaata Faasika'aa nyaachu'uuf, eessa deeminnee akka si qopheessinu'uuf barbaada?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa jalqaba Jila Daabboo Uukoo Hin Qanneetitti, yennaa hooleen Jila Irra Dabaramaa qalame, barattooti, «Sagalee Jila Irra Dabaramaa eessatti akka si'iif qopheessinu barbaadda?» jedhanee Yesuus gaafatane.