Mark 14:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifii lamaaniin, “Gara qacha'aa deema'a! Nama tokko ka okkotee bisaanii kaafateeru dhaggitan. Isa faana deema'aatii,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jara isaa keesa lama erge waan jed'eeni, Dira keesa seena, nama d'iira ka bute bisaani baatu argitani. Isa gula yaa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii jara isaa keessaa lama ergee, “Diratti duudaa! Nama dhiiraa ka buttee bisaanii baatu tokko argitanii; isa gula yaa'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus darasoota ufii lamaaniin, «Gara Qacha'aa deemaa'a! Nama tokko ka ottee bisaanii baatee deemu argitanii, isa faana deemaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus darasoota ufii lamaaniin, «Gara Qacha'aa deemaa'a! Nama tokko ka ottee bisaanii baatee deemu argitanii, isa faana deemaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee barattoota isaa keessaa lamaan akkana jechu'uun ni erge, «Gara magaala'aa deemaa, achitti'llee nama waabaa bishaanii baadhate ni argattan, isa'llee horddofaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifii lamaaniin, «Gara qacha'aa deema'a! Nama tokko ka okkotee bisaanii kaafateeru dhaggitan. Isa faana deema'aatii,