Mark 14:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni kolloo mana irraa badhoo, ta meya manaatiin guutantee afante takka isinitti hin mudhisa. Achitti nu'uuf qopheessa'a” jedhee erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi suni mana gudda, ka gubbaa, ka miha qabu, ka kurfeesani isani garsiisa, artiti nuu mid'aasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii sun mana mana guddaa gubbaa keessaa irraa balla'aa, ka mi'a qabu ka qaraa kurfeesan isan garsiisa. Artiitti nuu midhaasaa!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa abbaan manaa sun mana mana gubbaa jiru kutaa gubba'aa badhaa afamee qophaaye tokko isinitti mudhisaa, isinillee achitti nuu qopheessaa'a!» jedhee erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa abbaan manaa sunillee mana manarraan jiru kutaa gubba'aa badhaa afamee qophaaye tokko isinitti mudhisaa, isinillee achitti nuu qopheessaa'a!» jedhee erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee mana wol irroo jiru ka bashannanaaf qophaayee fi ka afame galmma guddaa isinitti ni muldhisa, achitti naaf qopheessaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni kolloo mana irraa badhoo, ta meya manaatiin guutantee afante takka isinitti hin mudhisa. Achitti nu'uuf qopheessa'a» jedhee erge.