Mark 14:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti sun ka'anee gara qachaa gudda'aa dhaqanee, waan maraa akkuma inni isaanitti hime dhaggane; sagalee Jila Irra Dabaramaalle qopheessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa kae yae, waan inni jed'e argani, sagale Pasaka mid'aasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa sun lamaan ka'ee gara diraa dhaqee, akkuma innii jedheen waan kaan agartee, achitti sagalee Dabarsaa midhaasse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni bayanii gara qacha'aa deeman; akkuma inni isaaniin jedhe arganii hurbaata ayyaana Faasika'aallee achitti qopheessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonnillee bayanii gara qacha'aa deeman; akkuma inni isaaniin jedhe arganii, hurbaata ayyaana Faasikaallee achitti qopheessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni lamaanuu achii bayanii gara magaala'aa ni deeman, akkuma Yesus isaaniin jedhe ta'ee ni argatan, Irbaata Faasika'aa'llee achitti ni qopheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti sun ka'anee gara qachaa gudda'aa dhaqanee, waan maraa akkuma inni isaanitti hime dhaggane; sagalee Jila Irra Dabaramaalle qopheessane.