Mark 14:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo isaan qori'itti hiiqanee nyaatiisaatti jiranuu, Yesuus, “Ani dhugumaan isinitti hima; isin keessaa nami tokko, ka ana woliin nyaatiisaatti jiru dabarsee ana hin kenna” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri tatae sagale nyaatu, Yesoni waan jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Isani keesa, nama toko ka na woliini tae sagale nyaachu jiruti harka nyaapa kiyyati na kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo warrii tata'ee sagalee nyaatuu, Yesus, “Dhuguma, isaniin jedhaa, isan keessaa, nama na waliin ta'ee sagalee nyaachuu jiru tokkotti, dabarsee harka nyaapha kiyyaatti na kenna” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu isaan nyaataaf taa'aniiran Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha; isin keessaa tokko ka na woliin nyaata'aaru dabarsee na kenna» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu isaan taa'anii nyaata'aaran Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha; isin keessaa tokko inni na woliin nyaata'aaru dabarsee na kenna» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nyaatatti'llee dhiyaatanii uduma nyaata'aa jiran Yesus, «Dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarssee ana ni kenna, inni'llee ka amma ana woliin irbaata nyaachuu irra jiru» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan qori'itti hiiqanee nyaatiisatti jiranuu, Yesuus, «Ani dhugumaan isinitti hima; isin keessaa nami tokko, ka na woliin nyaatiisatti jiru dabarsee ana hin kenna» jedhe.