Mark 14:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti laaleffatanee, “Dhugumaan anaan jechuu keetii moti! Jechuu keetii?” jedhanee badoo bado'oon isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guddo lalefate, toko tokooni waan isaani jed'ani, Na wo taate?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii guddoo laalefatee, tokko tokkooni, “Na wa taatee dura?” jedhee gaafachu jala qabee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan kanaaf gaddanii gari gariin, «Na ta'innaa?» isaan jechuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gaddanii gari gariin, «Na ta'innaa?» isaan jechuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee waan kanaan gaddanii, «Ana ta'innaa laata?» jedha'aa, tartiiba tartiibaan ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti laaleffatanee, «Dhugumaan anaan jechuu keetii moti! Jechuu keetii?» jedhanee badoo bado'oon isa gaafatane.