Mark 14:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Kolbaan waan raafantuuf yennaa jilaa tana hin tolchinu” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan woliini jed'e, Jila keesati isa inqamnu, aka biyyiti garagalte lafa imballeesine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii wali mari'atee, “Jila keessatti isa hinqamnu, akka biyyitii garagaltee lafa hingoonye” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Baniin akka hin boorofne guyyaa ayyaanaa irra akka hin taane» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan, «Baniin akka hin boorofne guyyaa ayyaanaa irratti akka hin taane» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ummanni jeeqama ni kaasa jechu'uun, «Guyyaa ayyaanaatiin kana hin raawwannu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Kolbaan waan raafantuuf yennaa jilaa tana hin tolchinu» jedhane.