Mark 14:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi namaa akkuma marroo isaatiif barreeffante hin du'a; ammoo nama Ilma Namaa dabarsee kennuuf aanne'e! Inni adoo ijjummaa dhalatiisa dhabee jiraatee isaa woyya!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi Nama akuma t'aafani deema, ammo gaargala isaati, ka Ilma Nama harka nyaapa isati kennu! Nami suni, yo sila ind'alatiini, ira dansa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii namaalleen akkuma qaraa duraani waan isaa berreessani du'uuf indeema; ammoo namicha harka ufiitiin dabarsee ilma nama harka nyaaphaatti kennu sunii gaargala! innii adoo durii hindhalannee dhaloota oolee irra jira” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi namaa akkuma wonti isaa barreeffametti du'uuf deema; Haa ta'uu ammo ka ilma namaa dabarsee kennu saniif aanne'e! Namni sun uduu dhalachuu dhabaatee isaa woyya!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi namaa akkuma wonti isaa barreeffametti du'uuf hin deema; Haata'uu ammoo ilma namaa dabarsee ka kennu saniif aanne'e! Namni sun uduu dhalachuu dhabaatee isaa woyya!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa akkuma durssee waayee isaatiif barreeffametti gara du'aa deemuun isaa hin hafu, garuu Ilma Namaa dabarssee ka kennu nama san isaa uunisha'a! Naminni sun durumaanuu uduu dhalachuu baatee isaa woyya ture!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi namaa akkuma marroo isaatiif barreeffante hin du'a; ammoo nama Ilma Namaa dabarsee kennuuf aanne'e! Inni adoo ijjumaa dhalatiisa dhabee jiraatee isaa woyya!» jedhe.