Mark 14:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus “Kun dhiiga kiyya, ka kolbaa heddu'uuf dhangala'e, ka Waaqi ittiin gondoore.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Kunini d'iiga kiyya, ka wold'aqisa, ka nama hedduu jige.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraani, “Kunin dhiiga kiyya, ka kakuu waldhaqisaa, ka nama hedduu jige.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ammo, «Kun dhiiga kiyya, ka waada'aa ka namoota hedduuf dhangala'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee ammoo, «Kun dhiiga kiyya, ka waada'aa ka namoota hedduuf dhangala'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Kun waayee baayi'eewwaniif ka jigu dhiiga kiyya ka waada'aa haarawaat,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus «Kun dhiiga kiyya, ka kolbaa heddu'uuf dhangala'e, ka Waaqi ittiin gondoore.