Mark 14:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan isinitti hima; mootummaa Waaqaa keessaatti haga guyyaa dadhii Woyini'ii haareya unutti ijjumaa debi'ee dadhii Woyini'ii hin unu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Anini deebie bisaani zabibu ind'ugu, haga Finna Waaqa keesati hareesa d'uguuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhuguman isaniitti himaa, ani haga Mootummaa Waaqaa keessatti haareessa dhuguuttii deebi'ee daadhi weynii tana hindhugu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedha, haga ani guyyaa san jeennata Rabbii keessatti bifa haarawaan isa irraa dhugutti daraaraa woyini'ii kana irraa deebi'ee hin dhugu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isiniin jedha, haga ani guyyaa san jeennata Rabbii keessatti bifa haarawaan isa irraa dhugutti daraaraa woyini'ii kana irraa deebi'ee hin dhugu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dhugamaan isiniin jedha, Mootummaa Waaqaa titti woyinnii haarawa irraa haga dhugutti, cuunffaa firii woyinnii kanaa irraa deebi'ee hin dhugu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan isinitti hima; mootummaa Waaqaa keessaatitti haga guyyaa daadhii Woyni'ii haareya unutti ijjumaa deebi'ee daadhii Woyni'ii hin unu» isaaniin jedhe.