Mark 14:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan faaruu faarsaanee, gara gaara ejersaa ol bayane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eegi sirba toko sirbani, worri gaara Ejersa jed'ani d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegee Faaruu galataa faarsaani, gara Gaara Ejersa jedhan ol qabatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isaan faaruu haga faarfataniin maayii gara gaara ejersaa ol bayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa isaan faaruu haga faarfataniin maayii gara gaara ejersaa ol bayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee faaruu faarffatanii, gara Gaara Ejerssaa ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan faaruu faarsanee, gara gaara ejersaa ol bayane.