Mark 14:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos Yesuusiin, “Isaan martinuu si lakkisanee yoo baqatanelle ani ijjumaa si lakkisee hin baqadhu!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan isani jed'e, Yo nami ch'ufti gufatele, anini ingufad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros isanii, “Adoo namii cuftii si dhiisee baqateellee ani si dhiisee hin baqadhu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos Yesuusiin, «Isaan martinuu si dhiisanii yoo baqatanillee ani horoma si dhiisee hin baqadhu!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos Yesuusiin, «Isaan martinuu si dhiisanii yoo baqatanillee ani horoma si dhiisee hin baqadhu!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Phexiros, «Yoma kuunniin marri si waakkatan'llee, ani gonkumaa si hin waakkadhu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos Yesuusiin, «Isaan martinuu si lakkisanee yoo baqatanelle ani ijjumaa si lakkisee hin baqadhu!» jedhe.