Mark 14:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Pheexroosiin, “Ani dhugumaan si'iin jedha; halkanuma kana adoo lukkuun yennaa lamaan hin iyyin ati yennaa sadiin na mormatta” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan isaani jed'e, D'uguma, waan anini siini jed'u, Halkanuma kana, ato kormi luku maro lama iniyine, atini maro sadi na mormatta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo isaani, “Dhuguma, siin jedha, halkanuma kana, adoo kormii lukkuu marroo lama hiniyyinee, ati marroo sadii na mormatta” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Pheexroosiin, «Ani dhugamaan siin jedha; halkanuma kana uduu lukkuun hennaa lamaa hin iyyine ati hennaa sadihii na ganta» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Pheexroosiin, «Ani dhugamaan siin jedha; halkanuma kana uduu lukkuun hennaa lamaan hin iyyine ati hennaa sadihii na ganta» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Dhugamaan siin jedha adha halkan kana uduu lukkuun harka lamaa hin iyyin duranatti, ati yeroo sadihii ana ni waakkatta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Pheexroosiin, «Ani dhugumaan si'iin jedha; halkanuma kana adoo lukkuun yennaa lamaan hin iyyin ati yennaa sadiin na mormatta» jedhe.