Mark 14:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo afaan gutatee “Ani si woliin du'uuf yoo barbachiselle, ijjumaa si hin mormadhu” jedhe. Isaan martinuu akkasuma jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni afaani guutate waan jed'e, Yo si woliini duele anini si imormad'u. Ch'ufumaanu akasi jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo afaanuma guutatee, “Si waliin yo du'uu maleellee ani si mormadhu” jedhe. Warrii cufumaanu akkasuma jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo afaan guuttatee, «Ani yoma ka si woliin du'uullee, horoma si hin ganu» jedhe; kuuwwanillee akkasuma jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo afaan guuttatee, «Ani si woliin yoma ka du'uullee, horoma si hin ganu» jedhe; kuuwwanillee akkasuma jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Yoma Du'uun'llee ka barbaachisu taate si'iin woliin ni du'a malee, gonkumaa si hin waakkadhu!» jedha'aa, cimssee ni dubbate. Barattoonni hafan'llee akkuma kana, ni jedhan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo afaan guutatee «Ani si woliin du'uuf yoo barbaachiselle, ijjumaa si hin mormadhu» jedhe. Isaan martinuu akkasuma jedhane.