Mark 14:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isaaniin, “Ani qixxee du'aatitti guddoo gadde. Isin as tura'a; dammaqa'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worraani jed'e, Lubbuuni tiyya guddo oodi, diquma na keesaa imbaane, arma tataa, eega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warraani, “Lubbuun tiyya du'aa asi guddoo ooddii, diqquma na keessaa hinbaane; isan arma tata'aa, jabadhaa eegaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lubbuun tiyya haga du'aa guddiftee gaddite; as turaa'a jabaadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Lubbuun tiyya haga du'aa guddiftee gaddite. Asi turaa'a jabaadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Lubbuun tiyya haga du'aa titti gadditee jirtti, isin asi turaa, dammaqa'aa'llee eegaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, «Ani qixxee du'aatitti guddoo gadde. Isin as tura'a; dammaqa'a» jedhe.