Mark 14:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
-
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diqo dura deemnaani, lafati jige, Waaqa kad'ate, aka yo taate, hojjaani tuni isa bira dabartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Diqqoo biraa deemee, addaan lafaatti jigee, akka yo taate hojjaani tuni isa bira dabartuu Waaqaa kadhatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus diqqoo isaan irraa siiqee lafatti gad kufee, yoo danda'ame hennaan rakkinnaa sun akka isa irra luftuuf kadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus diqqoo isaan irraa siiqee lafatti gad kufee, yoo danda'ame hennaan rakkinnaa sun akka isa irra luftuuf kadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan irraa muraasa achi fagaatee ni deeme, lafa irratti'llee kallacha isaatiin gonbbifamee, ka danda'amu yoo ta'e saa'aatiin sun akka isa irra dabrramuuf ni kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus haga diqqoo irraa hiiqee lafatti jigee, yoo dande'ame yennaan rakkinnaa sun akka isa irra dabartu, «Abbaa kiyya wonni mara si'iif hin dande'ama; muduunuu rakkinnaa kana na irraa dabarsi! Ammoo akka fedha keetii teetuu malee, akka fedha kiyyaa hin te'in» jedhee daadimate.