Mark 14:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni debi'ee dhufee, barattooti sadiin sun rafaneeranuun dhagee, Pheexroosiin, “Simoon rateertaa? Sa'aatuma takkaalle dammaxxee tee'isaaf hin dandennee?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni deebie, worra rafu arge waan Petroni jed'e, Simoni, atini irrafta? Saati toko dandeete ineeddu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan deebi'ee, warra rafu argee, Phexrosin, “Simoon! ati inraftaa? Sa'aatii tokkoollee dammaxee na eeguu hindandeennee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa deebi'ee dhufee, darasoota sadiin sanniin ka rafa'aaran argee, Pheexroosiin akkana jedhe, «Simoon hin rafteertaa? sa'aatima tokkottiillee dammaxxee taa'uu hin dandeennee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa deebi'ee dhufee, darasoota sadiin sanniin ka rafa'aaran argee, Pheexroosiin akkana jedhe, «Simoon hin rafteertaa? sa'aatima tokkottiillee dammaxxee taa'uu hin dandeennee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara barattoota sadiinii deebi'ee yeroo dhufetti, rafanii isaan ni argate, kanaaf Phexirosiin, «Yaa Simoon, raffitee jirta moo? Saa'aatima tokkoof'llee dammaquu hin danddeennee?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni deebi'ee dhufee, barattooti sadiin sun rafaneeranuun dhaggee, Pheexroosiin, «Simoon rateertaa? Saatuma takkaalle dammaxxee tee'iisaaf hin dandeennee?