Mark 14:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka hin ataabanne, dammaqa'aatii daadimadha'a! Ayyaanni namaa hin halcha; foon ammoo dadhaba'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irrafiina, kad'ad'a, aka ilaalachaa keesa inseenne. Lubbuuni d'uguma imfeeti, ammo nafi laafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hinrafinaa, akka ilaalachaa keessa hinseennee kadhadhaa! Hafuuri dhugumaa infedhaa, foon ammoo dadhaboo” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hin ataabamne dammaqa'aa Rabbiin kadhadhaa'a! Ayyaanni namaa qophaaya'a; foon ammo dadhaba'a» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka hin ataabamne dammaqa'aa faateffadhaa'a! Ayyaanni namaa qophaaya'a; foon ammoo dadhaba'a» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gara qormaataatti akka hin aseennef hisadha'aatii kadhadhaa, hafuurri qophaaya'a, foon garuu dadhaba'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka hin ataabanne, dammaqa'aatii daadimadha'a! Ayyaanni namaa hin halcha; foon ammoo dadhaba'a» jedhe.