Mark 14:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami gariin ammoo aaree, “Fiqireen tun maaf akkanaan baddi?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami gari dalane waan woliini jed'ani, D'ad'a kana maafi akana balleesani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo dallanee waliin, “Dhadhaa kana maaf akkana balleessan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota achi turan keessaa gariin itti aaranii, «Wonti urgoo tana balleessaniif maali'i?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoota achi turan keessaa garii gariin itti aaranii, «Wonti Urgoo tana balleessaniif maali'i?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achi worra turan keessaa tokko tokko gocha kanaan dallananii, «Shittoon kun tasatti baashayuun isaa maali'iif?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gariin ammoo aaree, «Fiqireen tun maaf akkanaan baddi?