Mark 14:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni sadeessoo, yennaa deebi'ee gara isaanii dhufe, “Isin ammalle rattanee foorfatiisaatti jirtanii? Yoona geette! Saattiin geetteerti! Kunoo, Ilimi namaa harka cubbaaleyyi'iititt dabarfamee kennamaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro sadeeso deebie waan worraani jed'e, Isani ammalle ch'ich'iiftani raftani? Ya geete, hojjaani ya d'iaatte, Ilma Nama harka nama dabati kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo sadeesoo deebi'ee warraan, “Isan ammallee raftanii foorfachuutti jirtani? Amma in ga'a! hojjaani yaa geette, ilmi namaa harka cubbamantootaatti kennamuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni sadeessoo, hennaa deebi'ee gara isaanii dhufe, «Eegasuu rafaa'a; hara baafadhaa'a hin gaya; amma Ilmi namaa harka cubbamtootaatitti dabarfamee kennama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni sadeessoo, hennaa deebi'ee gara isaanii dhufe, «Eegasuu rafaa'a harabaafadhaa'a hin gaya, amma, Ilmi namaa harka cubbamtootaatitti dabarfamee kennama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sadaffa'aaf'llee gara isaanii dhufee akkana isaaniin ni jedhe, «Amma'llee ammoo raffittanii jirttanii? Amma'llee boqannaa ni taasfttanii ree? Eegaa ammoo gaye! Saa'aatiin gayee jira! Kunoo! Ilmi Namaa harka cubbamootaa titti dabarffamee ni kennama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sadeessoo, yennaa deebi'ee gara isaanii dhufe, «Isin ammalle rattanee foorfatiisatti jirtanii? Yoona geette! Saatiin geetteerti! Kunoo, Ilmi namaa harka cubbaaleyyi'iititti dabarfamee kennamaara.