Mark 14:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka'aa, deemnaa! Kunoo ka ana dabarsee kennu dhikaateera” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kakaa, nu yaasa, ilaala, nami harka nyaapa kiyyati na kennu d'aatu tana jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ka'aa nu yaasaa! ilaalaa, namii harka nyaapha kiyyaatti dabarsee na kennu dhaattuu tana jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'aa, haa deemnuu! Kunoo ka dabarsee na kennu dhufeera» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka'aa, haa deemnuu! Kunoo ka dabarsee na kennu dhufeera» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jedhaa mee ka'aa haa deeminnuu! Ka dabarssee ana kennu kunoo dhiyaatee jira!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka'aa, deemnaa! Kunoo ka ana dabarsee kennu dhikaateera» isaaniin jedhe.