Mark 14:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan, “Nami ani sunqadhu ka isin barbaaddanu. Isa qaba'aatii eegaa fuuda'aa deema'a” jedhee isaaniif beessisa kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi harka nyaapa isaati Yeso kennu kaani waan gumiini jed'e, Nami anini d'ungad'u isa, qaba, armaa fuud'a, tissa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii harka nyaapha isatti dabarsee Yesus kennu kaan gumiin, “Namii ani dhungadhu isa, qabaa, armaa fuudhaa, eeggachaa deemaan” jedhe fakkeenna kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Yesuusiin dabarsee kennu sunillee, «Namichi ani dhaqee dhungadhu sun isaa uf eega'aa qaba'aa fuudhaa'a» jedhee dursee malkata kenneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Yesuusiin dabarsee kennu sunillee, «Namichi ani dhaqee dhungadhu sun isaa uf eegaa qabaa fuudhaa'a» jedhee dursee malkata kenneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudaan dabarssee isa kennu'llee, «Isin ka qabddan ka ani nagaya gaafadhee dhungadhuun, isa ufi eegganna'aan qaba'aatii fudhadha'aanii» jechu'uun, malikata isaanii kennee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan, «Nami ani sunqadhu ka isin barbaaddanu. Isa qaba'aatii eegaa fuudha'aa deema'a» jedhee isaaniif beessisa kenneera.