Mark 14:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan akkuma achi geyeen, gara Yesuusii dhaqee, “Barsiisa'a!” jedhee isa sunqate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'umnaani, inni maro tokotu gara Yeso d'aqe, Aabbo jed'e d'ungate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaan dhumnaani, akkuma achi ga'eenii gara Yesus dhaqee, “Aabboo kiyya” jedhe dhungate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaan akkuma achi gayeen gara Yesuusii dhaqee, «Barsiisaa'a!» jedhee isa dhungate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudaan akkuma achi gayeen, gara Yesuusii dhaqee, «Barsiisaa'a!» jedhee isa dhungate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudaan'llee bakkumatti dhufee gara Yesusii dhiyaateeti, «Yaa barsiisaa!» jedhee, ni dhungateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan akkuma achi geyeen, gara Yesuusii dhaqee, «Barsiisa'a!» jedhee isa sunqate.