Mark 14:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaaniin, “Akka ani yakkaammessaa goraade'ee fi ulee-jirma qabattanee ana qabiisaaf dhuttanee?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isani aka waan shifta qabu yaatani, sheeftifi bokuuni gara kiyya d'uftani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo warraan, “Akka warra algala qabuu ba'ee, na qabuuf goraadeefi bokkuun gara kiyya yaatanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana jedheen, «Akka waan ani saamtuu ta'ee guraade'ee fi bokkuu qabattanii na qabu'uuf dhuftanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana jedheen, «Akka waan ani saamtuu ta'ee guraade'eef bokkuu qabattanii na qabu'uuf dhuftanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Bilayaa fi ulee qabattanii ka dhufittan, ana akka shiftta'aa titti qabu'uuf moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaaniin, «Akka ani yakkaamessaa shallaaga'aa fi ulee-jirma qabattanee na qabiisaaf dhuttanee?

Recommended Reading