Mark 14:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fiqireen tun silaa mindaa woggaa tokkoo caala'atti gurgurantee, beeseen sun hiyyeeyyi'iif hin kennamaayyuu” woliin jedhanee, hiccinnaayanee isii malchane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ad'a qayya kana sila shilingi d'ibba jaa ira jirtuti dandaani gurgurani, hiyyeeyi qoodani jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhadhaa qayyaa kana silaa qarsii dhibba ja'a irra jirtuutti gurguranii, hiyyeeyii qooduu hin danda'anii” jedhanii isiin dheekkaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urgooftuun tun dinaara dhibbaa olitti gurguramee qarshiin sun uduu hiyyeeyyi'iif kennamee silaa woyyaa tureu» jedhanii hincinnaayanii isi'iin lolan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Urgooftuun tun silaa gatii woggaa tokkoo caala'atti gurguramtee, saantimiin kun hiyyeeyyi'iif kennamuu hin woyyuu» jedhanii hincinnaayanii isi'iin lolan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Shittoon kun dinaara dhibba sadihii olitti gurguramee, qarshiin hiyyeesotaaf kennamuun ni danda'ama ture!» woliin jedhan, dubarttii'llee ni ashaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fiqireen tun silaa mindaa woggaa tokkoo caala'atti gurgurantee, beeseen sun hiyyeeyyi'iif hin kennamaayyu» woliin jedhanee, hincinnayanee isii malchane.