Mark 14:51 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dargaggeessi tokko, ka woyaa qoola quncee talba'aa irraa hujante callaa uffateeru isa hordofe. Yennaa isaan isa qabane,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kaimi toko, ka woya boofta ch'alla uyifatu, isa gula deeme. Ammo worri isa qabu feenaani
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dargaggeessi tokko, ka wayaa akka gaabii jirtuu ta quncee irraa hojataan tokko calla uyyifate, isa gula deeme. Ammoo warrii isa qabnaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dargaggeessi tokko ka qoola haphii uffatee Yesuusiin faanaa deema'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dargaggeessi tokko ka qoola haphii uffatee, Yesuusiin faanaa deema'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woyaa qoola leelashe'ee qofa ka uffate dargaggeessi tokko garuu Yesusiin ni horddofaan ture, namoonni yeroo isa qabantti'llee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessi tokko, ka woyaa qoola quncee talba'aa irraa hujante callaa uffateeru isa hordofe. Yennaa isaan isa qabane,