Mark 14:54 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos Yesuus irraa fagaatee, haga moonaa hayyicha gudda'aa seenutti hordofee, gula deeme. Achitti inni eeddota woliin tee'ee, ibidda qanqaammate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni fago isa hordofe, haga ch'icha qaallicha gudda. Achiti hojattu woliini tae ibida qanqaamate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros haga cichaa qaallicha guddaa hinga'in Yesus irraa fagaatee duuba deemee, achiitti eeddota waliin taa'ee ibidda qanqaamate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos Yesuusiin irraa fagaatee, haga dallawa hayyicha gudda'aa seenutti hordofee, Yesuusiin faanaa deeme. Achitti inni eeddota woliin taa'ee, ibidda oo'ifata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos Yesuusiin irraa fagaatee, haga dallawa hayyicha gudda'aa seenutti hordofee, Yesuusiin faanaa deeme. Achitti inni eeddota woliin taa'ee, ibidda oo'ifata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee haga moonaa itti gaafatamaa qeesotaa titti Yesusiin fago'oo ni horddofaan ture. Achi'llee worddiyyoota woliin taa'ee, ibidda ni oo'ifata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos Yesuus irraa fagaatee, haga badhinna dalleya hayyicha gudda'aa seenutti hordofee, gula deeme. Achitti inni eeddota woliin tee'ee, ibidda qanqaammate.