Mark 14:58 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu isa, Anini Mana Waaqa kana, ka nami ijaare, ch'abse, guyya saditi kad'ibi ka nami inijaariini ijaara jed'u d'ageenne jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Nu isa, ‘Anin Mana Waaqaa ka namii jaare kana, cabsee, guyyaa sadiitti ka dhibi ka namii hin jaariin jaara’ jedhuu laa dhageenne” jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ani Mana Waaqeffanna'aa ka harka namaatiin hojjatame kana diigee guyyaa sadihi keessatti, ka bira'aa ka harka namaatiin hin hojjatamin ni ijaara jedhee, yoo dubbatu dhageenneenii jirra.»