Mark 14:59 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo teetuu malee wonni isaan jedhane afaan tokko hin teene.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo taatule, dubbini worraa wolind'anne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo taatuullee, dubbiin warraa walii hingale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan kana irratti isaanuu wolii hin galle.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, waan kana irratti isaanuu wolii hin galle.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ta'ee garuu, ragummaan isaanii wolitti hin galle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo teetuu malee wonni isaan jedhane afaan tokko hin teene.