Mark 14:61 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni cadhise malee womaa hin dubbanne. Ammalle hayyichi guddaan isaan, “Masiihiin, Ilmi Waaqa ulfaata'aa si'ii?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni dubbachu dide. Ammalle qaallichi guddaani isa gaafate waan jed'e, Atini Kristo, Ilma Waaqa ka guddisani mo?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo dubbachuu didee calise. Qaallichi guddaan amma ammoo, “Atiin Kiristoos ilma Waaqaa ka ulfeesan moo?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hin cadhise malee womaa hin dubbanne. Ammallee gadichi guddaan «Kiristoos Ilmi Rabbii ulfaataan si'ii?» jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hin cadhise malee, womaa hin dubbanne. Ammallee gadichi guddaan «Kiristoos Ilmi Rabbii ulfaataan si'ii?» jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu ni caldhise malee deebii woyiituu hin kennine. Itti gaafatamaan qeesotaa'llee, «Ilmi Waaqa eebbifama'aa Masihichi si'i moo?» jechu'uun, irra deebi'ee ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni cadhise malee womaa hin dubbanne. Ammalle hayyichi guddaan isaan, «Masiihiin, Ilmi Waaqa ulfaata'aa si'ii?» jedhee gaafate.