Mark 14:63 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi guddaan woyaa ifii tarsaasee, “Dhugaa dhibii maaf barbaanna?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi guddaani woya ufi tarsaase waan jed'e, D'uga d'ibi maani iraa qamna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaallichi guddaan aaree wayaa ufii tarsaasee, “Dhugaa dhibii maan irraa barbaana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan gadootaallee uffata ufii biinxee, ammaa achi «Ragaa biraa maal nu barbaachisa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaan gadootaallee uffata ufii biinxee, ammaa achi «Ragaa biraa maal nu barbaachisa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamaan qeesotaa'llee dallanssu'uun uffata isaa tarsaaseeti, «Ragaa bira'aa maal nu barbaachisa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi guddaan woyaa ifii tarsaasee, «Dhugaa dhibii maaf barbaanna?