Mark 14:67 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin Pheexroos ibidda qanqaamatuun yennaa dhaggite, isa hubattee ilaaltee, “Atillee Yesuusii biyya Naaziretii woliin jirtaayyu” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petro ibida qanqaamatu argite, isa ilaalte waan jetteeni, Atileeni Yeso Nazareti woliini jirtayu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin adoo Phexros ibidda qanqaammatuu argitee hubattee, isa ilaaltee, “Atilleen Yesus Naazireetii waliin jirtaayuu?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin Pheexroosiin uduu ibidda oo'ifatu argitee xiinxallitee hubattee laaltee, «Atillee Yesuusii Naazireetii woliin jirta» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin Pheexroosiin uduu ibidda oo'ifattu argitee xiinxallitee hubattee laaltee, «Atillee Yesuusii Naazireetii woliin jirta» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee Phexiros ibidda yoo oo'ifatu argitee, guuttattee laalitteeniiti, «Ati'llee Yesusii Naazireetii woliin turte?» ni jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin Pheexroos ibidda qanqaammatuun yennaa dhaggite, isa hubattee ilaaltee, «Atille Yesuusii biyya Naaziretii woliin jirtaayyu» jetteen.