Mark 14:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hiyyeeyyiin yennaa maraa isiniin woliin jiran; yennuma feetane isin isaan qarqaaruu hin dandeettan. Ani ammoo yennaa mara isin woliin hin jiraadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeeyiini guyya ch'ufa isani woliini jirti, ammo anini guyya ch'ufa isani woliini injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii hiyyeeyiin guyyaa cufa isan waliin jira, yoma feetan waan dansaa tolchuuf hin dandeetan anin ammoo guyyaa cufa isan waliin hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran; hennama kamuu waan mishaa godhu'uufii hin dandeettan. Ani ammo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran; hennama kamuu waan mishaa godhu'uufii hin dandeettan. Ani ammoo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hiyyeeyyiin yeroo maraa isin woliin waan jiraniif, yeroo barbaadanitti isaan gargaaru'uuf ni dandeettan, ana garuu yeroo mara isin woliin ana hin argattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiyyeeyyiin yennaa maraa isiniin woliin jiran; yennuma feetane isin isaan qarqaaruu hin dandeettan. Ani ammoo yennaa mara isin woliin hin jiraadhu.