Mark 14:70 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo ammalle mormate. Yennaa diqqo'oon duuba worri achi dhaabbateeru Pheexroosiin, “Ati nama Galiila'aa waan teeteef, dhugumaan ati nama isaanii ti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni ammalle mormate. Diqo toko teennaani, worri achi ejaanju waan Petroni jed'e, Laki abbo, dandeete imormattu, worri keesani Galilaya, atini d'uguma nama isaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo ammallee mormate. Diqqoo tokko teennaani, warrii achi ejaajjuu Phexrosin, “Lakki abboo, dandeetee hinmormattuu, warrii keessan Galiilaa, atin dhuguma nama isati” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo ammallee hin gane. Hennaa diqqo'oon maayessa worri achi dhaabateeru Pheexroosiin, «Ati nama Galiila'aa waan taateef dhugamaan ati nama isaaniiti» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo ammallee hin ganne. Hennaa diqqo'oon maayessa worri achi dhaabateeru, Pheexroosiin «Ati nama Galiila'aa waan taateef, dhugamaan ati nama isaaniiti» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu deebi'ee ni waakkate. Yeroo muraasa turee'llee namoonni achi dhaabatanii turan Phexirosiin, «Nama Galiila'aa ta'uu kee haasofnni keetuu qajeelaan ni ibisa, kanaaf dhugamaanuu ati'llee nama gara isaaniitii,» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo ammalle mormate. Yennaa diqqo'oon duuba worri achi dhaabbateeru Pheexroosiin, «Ati nama Galiila'aa waan teeteef, dhugumaan ati nama isaanii ti» jedhane.