Mark 14:71 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo, “Namicha isin jettanu kana ani hin beeku” jedhee ifi abaaraa kakatiisaatti ka'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petro ufi abaare, khakhate waan jed'e, Anini nama isani baantani kana imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros ufii abaaree, kakatee, “Anin nama isani baantani kana hinbeeku” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Namicha isin jettan kana ani hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakatuu jalqabe. Yoma san lukkuun lammeessoo iyye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, «Namicha isin jettan kana ani hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakatuu jalqabe. Yoma san lukkuunillee lammaffaa iyye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu, «Nama jettan kana ani isa hin baakuun!» jedha'aa, mataa isaa abaaruu fi kakachuu, jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, «Namicha isin jettanu kana ani hin beeku» jedhee ifi abaaraa kakatiisatti ka'e.